Abstract
Qormaata gumaachitootni Wiikiipiidiyaa afaanota odeeffannoo baay’ee hin qabneen mudatan hubachuuf qorannoo gaggeessineen, qorannoo (1) marii waltajjii Wiikiipiidiyaa irraa ragaa xiinxallee (2) hirmaattonni 14 barruu Afaan Tigrii, Afaan oromo ykn Amaariffaan barreessuuf yaaluu isaanii ilaalle. Argannoo keenya irratti hundaa’uun teeknooloojiiwwan afaanii hunda hammate ijaaruuf yaada dizaayinii ni kennina. Barreeffama kana keessatti argannoowwan maxxansa keenya irraa argaman kanneen asitti argamuu danda’an gabaabsinee dhiyeessina.
Collections
Loading...
Unless otherwise noted, the license for the item is described as Attribution-NonCommercial-NoDerivates.